Waliin Updated
Podcast 29-07-2024

Waliin Platform uploaded some new features to PlayStore. For Android phone users, different improvements are included in the features. To use these improved features, anyone who installed them before must delete them and install them again by going to PlayStore. You can use this link: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share

Waliinin wantoota fooyya’oo hara’a PlayStore irratti maxxanseet jira. Warri bilibila gosa Android qabdan hundi, yoo duraan buufattanii jiraattan, bilbila keessanirraa balleessatoo PlayStore keessa galuun isa haara’a buufadhaa. PlayStore keessaa “Waliin” jechuudhan barbaaddanii buufattan. Maqaan yoomiyyuu hinjijjiirramu. Kan kan fooyya’u wantoota keessa jiran qofa. Liinkii kana fayyadamuun nidanda’ama: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share

ዋሊን አዲስ ማሻሻያ በማድረግ ፕሌይ ስቶር ላይ ለጥፏል። እስከ አሁን አፑን ያወረዳች ሁ ሰዎች፣ የበፊቱን አጥፍታች ሁ አዲስ አውርዱ። አዲስ አካውንት ግን አካውንት ላልከፈተ ብቻ ነው የሚያስፈልገው። ይህን ሊንክ መጠቀም ይቻላል። https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share